Matthew 23:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre waan isaan isin barsiisanu godha'a, hordofa'alle'e; te'uu male, isaan waan barsiisanu waan hujii irra hin oolchineef, akka isaan hujanu hin hujina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan worri tolcha jed'u ch'ufa tolchu maltani, ammo waan worri tolchu intolchiina, waan worri waan nama barsiisu ufii inguunneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf waan warrii isanitti himu cufa tolchuu maltan, ammoo waan warrii waan nama barsiisu ufii hinguunneef, waan warrii tolchu hintolchinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maarre waan isaan isin ajajan maraa godhaa'a, eega'alle'e; haa ta'uu ammo isaan waan barsiisanuu waan hujii irra hin oolchineef, akka isaan hujan hin hujinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maarre waan isaan isin ajajan maraa godhaa'a, eega'alle'e; haata'uu ammoo, isaan waan barsiisanuu waan hujii irra hin oolchineef, akka isaan hujan hin hujinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf waan isaan isiniin jedhan maraa raawwadhaa, eega'lle'e, waan isaan hojjatan garuu hin hojjatinaa, isaa waan dubbatan hujii irra hin oolichan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre waan isaan isin barsiisanu godha'a, hordofa'alle'e; te'uu male, isaan waan barsiisanu waan hujii irra hin oolchineef, akka isaan hujanu hin hujina'a.