Matthew 23:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin, ‘Bara abbootii teennaa adoo jiraannee, nuuti dhiiga raagotaa jissiisa isaaniille hin qarqaarruuyyu’ jettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jettani, Yo nu sila bara ababoota teenna lafa jiraanne, nu aka worraa raagoota inijeemnu jettani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘Nu yo silaa bara ababoota teennaa jiraanne, akka warraa raagoota hinijjeemnu’ jettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin, ‹Uduu bara abbootii teennaa jiraannee, nu dhiiga raattotaa dhangalaasuu keessatti isaan woliin hin hirmaanne waan jettaniif› isin aanne'e!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin, ‹Bara abbootii teennaa uduu jiraannee, nu dhiiga raattotaa dhangalaasuu keessatti isaan woliin hin hirmaanne waan jettaniif›, isin aanne'e!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹Bara abbootii keenna ka duraanii titti argaminnee uduu jiraanneetii dhiiga nabiyyootaa jissu'uun, isaaniin woliin ni hirmmaanna ture› jettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin, ‹Bara abbootii teennaa adoo jiraannee, nuuti dhiiga raagotaa jissiisa isaaniille hin qarqaarruuyyu› jettan.