Matthew 23:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasiin isin ilmaan worra raagota ijjeesee akka teetane ifi irratti dhugaa baatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani, Nu ilmaani worra raagoota fit'e jettani ufi d'ugeesitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan, ‘Nu ilmaan warraa raagoota fixxe’ jettan ufii dhugeesitan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasiin isin ilmaan worra raattota ajjeesee akka taatan uf irratti ragaa baatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasiin isin ilmaan worra raattota ajjeesee akka taatan uf irratti ragaa baatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa, nabiyyoota namoota ajjeessaniif ijoollee ta'uu keessan mataan keessanuu ragaa ni baatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasiin isin ilmaan worra raagota ijjeesee akka teetane ifi irratti dhugaa baatan.