Matthew 23:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre tanaaf isin dhiiga balchootaa ka lafa irratti jissitane, dhiiga Abeelii balchichaa irraa jalqabee, haga dhiiga Zakkaariyaasii ilma Baaraakiya'aa, ka addee ciinca'aatii fi Galma Waaqaa oddu'utti ijjeettaneetitti itti gaafatantan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iigi worra woma iyakini ch'ufti mata keesani gubba jira, d'iiga Habiliti haga d'iiga Zekaria ilma Barakia, ka isani Mana Waaqatiifi waan sorio irati baasani jiddu lamanti ijeeftani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhiigii warra homaa hiyyakinii cuftii mataa keessan gubbaa jira, dhiiga Abeelitii haga dhiiga Zakaariyas ilma Baraakiya, ka isan mana Waaqatii fi waan sooriyoo irratti baasan jidduu lamaanitti ijjeeftan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiiga Aabeelii nama qajeela'aa irraa jalqabee haga dhiiga Zakkaariyaasii ilma Baraakiyuu isa isin mana woyyu'uu mi'a kenna'aa irratti ajjeeftan, dhiiga qajeellotaa ka lafatti jige maraafuu hin gaafatamtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhiiga Aabeelii nama qajeela'aa irraa jalqabee haga dhiiga Zakkaariyaasii ilma Baraakiyuu isa isin mana woyyu'uu mi'a kenna'aa irratti ajjeeftan, dhiiga qajeellotaa ka lafatti jige maraafuu hin gaafatamtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
sababa kanaan'llee Qulqullaawotaatii fi dhiiga Abbeelii irraa jala qabee, Mana Waaqeffanna'aatii fi furdda jiddu'utti haga ka ajjeefttan, haga ilma Baraakiya'aa haga dhiiga Zakaariyaasii waayee dhiiga arddii irratti jige, waayee dhiiga qulqullaayotaa, adabbiin isin irra ni gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre tanaaf isin dhiiga balchootaa ka lafa irratti jissitane, dhiiga Abeelii balchichaa irraa jalqabee, haga dhiiga Zakaariyaasii ilma Baaraakiya'aa, ka addee ciinca'aatii fi Galma Waaqaa oddu'utti ijjeettaneetitti itti gaafatantan.