Matthew 23:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugumaan isinitti hima, adabam waan kana maraa dhaloota kanatti hin dhufa” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isaniti hima, wonti kunini ch'ufti mata d'aloota kana gubba buuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin isanitti hima, wantii kunin cuftii mataa dhaloota kanaa gubbaa buuti” isaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugamaan isiniin jedha, wonti kun maruu dhaloota bara kanaa irratti hin ta'a» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani dhugamaan isiniin jedha, wonti kun maruu dhaloota bara kanaa irratti hin ta'a» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaan isiniin jedha, adabbiin kun marrinuu dhaloota kana irra ni gaya.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugumaan isinitti hima, adabam waan kana maraa dhaloota kanatti hin dhufa» isaaniin jedhe.