Matthew 23:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Lafa jilaatitti addee ulfinnaa, Mana Waaqeffannaa Yihudootaa keessatti barcumaa duraa,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla jilati fulla dadansa fed'ani, maneeni Waaqa iti kad'atani keesale barch'uma dadansa fed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaa jilaatti fulaa dadansaa fedhan, manneen Waldeennaa keessaalleetti barcumaa dadansaa fedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa cidhaatitti hulee ulfinnaa; mana woyyuu Yihuudotaa keessatti barcumaa ulfinaa,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lafa cidhaatitti hulee ulfinnaa, mana woyyuu Yihuudotaa keessatti barcumaa ulfinaa,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
bakka afeerri'ii titti bakkee kabajaa, bakka wolgayi'ii isaanii titti'llee barcumaa jalqabaa, qabachuu ni jaalatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa jilaatitti addee ulfinnaa, Mana Waaqonfannaa Yihudootaa keessatti barcumaa duraa,