Matthew 23:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
addee dikko'oolle'etti negeya ulfinnaa akka isaan fuudhanuu fi kolbaan ‘Barsiisa'a’ jettee akka isaan waantu jaalatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka nami fulla gabayati nagaya worra fuud'u fed'ani, nama Rabbi worraani jed'u fed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gabayaa keessatti akka namii ulfeessee nagaa warra fuudhu, ammallee akka namii barsiisaa guddaa warraan jedhu fedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee gabaya'aatitti nagaya ulfinnaa akka isaan gaafatanii fi gumiin ‹Barsiisaa'a› jedhanii akka isaan waaman jaalatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hulee gabaya'aatitti nagaya ulfinnaa akka isaan gaafatanii fi gumiin ‹Barsiisaa'a› jedhanii akka isaan waaman jaalatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakka gabaya'aa titti'llee naminni marrinuu nagaya akka isaan gaafatanii fi ‹yaa barsiisaa!› jedhee, akka isaan waamuuf ni barbaadan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
addee dikko'oolle'etti nageya ulfinnaa akka isaan fuudhanuu fi kolbaan ‹Barsiisa'a› jettee akka isaan waantu jaalatan.