Matthew 24:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san namooti hedduun dhugeeffannaa irraa hin jigan, isaan wol dabarsanee hin kennan, wolille hin jibban.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni hojja suni d'ugefacha lakisa, woli gurguratani, woljibbani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii hedduun yoha sun dhugeeffachaa lakkisa, dabarsanii wal kennan, waliillee injibban.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san namoonni hedduu amantaa irraa duubatti deebi'an; isaan dabarsanii wol kennan; Wolillee hin jibban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san namoonni hedduu amantaa irraa duubatti deebi'an, isaan dabarsanii wol kennan, Wolillee hin jibban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti baayi'eewwan amantii isaanii waakkachu'uun ni gufatan, tokko ka bira'aa dabarssee ni kenna, namoonni'llee ufii isaaniitii wol ni lolan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san namooti hedduun dhugeeffannaa irraa hin jigan, isaan wol dabarsanee hin kennan, wolille hin jibban.