Matthew 24:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Raagoti dharaa hedduulle hin ka'an, worra hedduulle hin dokonkorsan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani raagi d'ara hedduuni d'ufe nama heddu soba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Raagii dharaa hedduun dhufeetti nama hedduu soba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattonni sobaa hedduunillee hin ka'an, Namoota hedduullee hin dogoggorsan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raattonni dharaa hedduunillee hin ka'an, Namoota hedduullee hin dogoggorsan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nabiyyoonni dharaa baayi'een ni ka'an, namoota baayi'ee'llee ni dogoggorssan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagoti dharaa hedduulle hin ka'an, worra hedduulle hin dokonkorsan.