Matthew 24:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan hammeenni fakkanuuf, jaalalli nama heddu'uu qabbanowaa deema.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hameenni heddate jennaani jaalalti nama heddu qabanoofti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hameennii heddateetti jaalaltii nama hedduu qabbanoofti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa baay'inna hammeennaatiin jaalalti namoota hedduu hin qabbanoofti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa baayi'inna hammeennaatiin, jaalalti namoota hedduu hin qabbanooft.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baay'innaa hameennaa irraa kan ka'een, jaalallitti namoota baayi'e'ee ni qabbanooftti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan hammeenni fakkanuuf, jaalalli nama heddu'uu qabbanowaa deema.