Matthew 24:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami haga muumme'ee ciniinnatee ossatu ammoo hin fayya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami haga muumme obsu imbaha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii haga muummee oobsu ammoo inba'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka haga dhumaa dhaabate ammo hin fayya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka haga dhumaa dhaabate ammoo hin fayya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haga muumme'ee titti obissaan ka dhaabatu garuu ni fayya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami haga muumme'ee ciniinnatee ossatu ammoo hin fayya.