Matthew 24:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gosa maraaf dhugaa baya akka teetu, Oduun Gammadaa ta mootummaa Waaqaa, biyya lafaa maratti hin lallabanti. Achiin duuballe muummeen hin dhutti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Odu Dansa tana ta Finna lafa ch'ufa keesati odeesani, aka gosa ch'ufati d'ugeesani, eegi suni muummeeni d'ufti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka gosa cufaa dhugaa taatuu oduu dansaa Mootummaa Waaqaa tana lafa cufa keessatti odeesan, achiin duuba muummeen dhufti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa maraaf ragaa akka ta'u Dubbiin Nagayaa ka jeennataa, biyya lafaa maratti hin lallabama. Achiin maayessa muummeen hin dhufti» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gosa maraaf ragaa akka ta'u, Oduun Nagayaa ka jeennataa, biyya lafaa maratti hin lallabama. Achiin maayessa muummeen hin dhufti» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummatoota maraaf ragaa akka ta'u Wongeelli Mootummaa Waaqaa kun, biyya lafaa maratti ni lallabama, yeroo sanitti muummeen isaa ni dhufa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa maraaf dhugaa baya akka teetu, Oduun Gammadaa ta mootummaa Waaqaa, biyya lafaa maratti hin lallabanti. Achiin duuballe muummeen hin dhutti» jedhe.