Matthew 24:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san worri biyyaa Yihuda'aa keessa jiru gara gaarotaa baqatuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hojja suni worri Yudea keesa jiru ha gareeniti baqatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo sun warrii Yihudaa keessa jiru ha garreenitti baqatuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san worri biyya Yihuuda'aa keessa jiru gara gaarranii haa baqatuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san worri biyya Yihuuda'aa keessa jiru gara gaarranii haa baqatuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti worri biyya Yihuda'aa jiran gara gaarotaa titti haa dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san worri biyyaa Yihuda'aa keessa jiru gara gaarotaa baqatuu ti.