Matthew 24:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami heellichoo manaa gubbaa jiru waan mana keessaa fudhatiisaaf gad hin bu'in.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami mana gubba jiru mana seene woma imfud'atiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii mana gubbaa jiru, waan mana keessa jiraa fudhachuuf gad hinbu'in!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka gamoo manaa irra jiru waan mana keessaa fudhachu'uuf gad hin bu'in.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka gamoo manaa irra jiru waan mana keessaa fudhachu'uuf gad hin bu'in.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baaxii manaa irra ka jiru manaa waan tokko fudhachu'uuf, hin bu'in.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami heellichoo manaa gubbaa jiru waan mana keessaa fudhatiisaaf gad hin bu'in.