Matthew 24:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Baqi keessan ganna yookiin guyyaa Sanbataa akka hin teene daadimadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kad'ad'a, aka bara d'aamochatiifi guyya Sabato imbaqanne!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka bara dhaamochatii fi guyyaa Sanbataa hinbaqne kadhadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo bandhi keessan gannaan yookaan guyyaa Sambataa akka hin taane Rabbiin kadhadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammo bandhi keessan gannaan yookiin guyyaa Sambataa akka hin taane Rabbiin faateffadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dheessiinssi keessan ji'a gannaatiin yookiin guyyaa Sanbbataatiin akka hin taaneef kadhadhaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baqi keessan ganna yookiin guyyaa Sanbataa akka hin teene daadimadha'a!