Matthew 24:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Eennuulle isiniin ‘Kunoo! Masiihiin as jira!’ yookiin, ‘Inni achi jira!’ yoo jedhe itti hin dhugeeffatina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami, Kuno, Kristoni arma jira jed'e, yokhaani, Achi jira jed'e, ind'ugefatiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Yo namii, ‘Kunoo, Kiristoon arma jira’ jedhe, yokaan, ‘Achi jira’ jedhe, hindhugeeffatinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san, «Eennullee ‹Kunoo! Kiristoos as jira!› yookaan, ‹Inni achi jira!› yoo isiniin jedhe hin amaninaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san, «Eennullee ‹Kunoo! Kiristoos as jira!› yookiin, ‹Inni achi jira!› yoo isiniin jedhe hin amaninaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yeroo sanitti naminni kumi'llee, ‹kunoo, Masihiin asi jira!› Yookiin, ‹achi jira!› yoo isiniin jedhe hin amaninaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Eennuulle isiniin ‹Kunoo! Masiihiin as jira!› yookiin, ‹Inni achi jira!› yoo jedhe itti hin dhugeeffatina'a.