Matthew 24:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma balaqqeettiin gara baya-adu'uutitti balaqqittee haga gara seensa-adu'uutitti issitu, dhufiis Ilma Namaalle akkasuma hin te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma angaasuuni mirgaa bita angaatu, akasuma Ilmi Nama tassa d'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma angaasuun ilaboruutii haga ilagalchuu angaatuu, akkasuma ilmii namaa tasa dhufa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Bakakkaan baya biiftu'uutii bayee ifa'aa haga dhiya biiftu'uutitti ibsu, dhufti Ilma Namaallee akkasuma ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma Bakakkaan baya biiftu'uutii bayee ifa'aa haga lixa biiftu'uutitti ibsu, dhufti Ilma Namaallee akkasuma ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma Bakakkaan sami'itti mishi jedhee baya adu'uutii haga dhiyaa titti muldhattu, dhufaatiin Ilma Namaa'llee akkanuma ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma balaqqeettiin gara baya-adu'uutitti balaqqittee haga gara seensa-adu'uutitti issitu, dhufiis Ilma Namaalle akkasuma hin te'a.