Matthew 24:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba beessisi Ilma Namaa ol-gubba'atti hin mudhata, yennaa san gosi biyya lafaa marti hin bootti; Ilmi Namaa duumensa gubba'aatiin hunnaa fi ulfinna gudda'aan dhufuun hin dhaggan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akheekhi Ilma Nama gubbati mullata; gochiti lafa tana ch'ufti imbooti, Ilma Nama ka dumansa keesa jabeennaafi guddinnaani gadi buu argani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba akeekii ilma namaa gubbaatti mullata; gochitii lafa tanaa cuftii inbootti, ilma namaa ka duumansa keessa jabeennaa fi guddinnaan gad bu'u argan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa malkanni Ilma Namaa samii gubba'atti hin mudhata; hennaa san gofti biyya lafaa maruu banne! banne! jedhan. Ilmi Namaa duumessa sami'iitiin, hunnaa fi ulfinna gudda'aan yoo dhufu hin argan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa malkanni Ilma namaa samii gubba'atti hin mudhata, hennaa san gofti biyya lafaa maruu banne, banne jedhan. Ilmi Namaa duumessa sami'iitiin hunnaa fi ulfinna gudda'aan yoo dhufu hin argan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti malkanni Ilma Namaa'llee sami'itti ni muldhata, yeroo sanitti ummatoonni biyya lafaa irra jiran marrinuu ni booyan. Ilmi Namaa'llee huminnaa fi ulfinna ol aana'aan duumessa irraan, ta'ee yoo dhufu ni argganiin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba beessisi Ilma Namaa ol-gubba'atti hin mudhata, yennaa san gosi biyya lafaa marti hin bootti; Ilmi Namaa duumensa gubba'aatiin hunnaa fi ulfinna gudda'aan dhufuun hin dhaggan.