Matthew 24:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammalle, “Muka harru'uu irraa barumsa baradha'a! Yennaa dameeleen isi'ii quunxituu fi baala baattu, bonni akka dhikaate beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mukhi oda ha woi isani barsiisu. Yo dameeni isaa dotaate latte baala baafte, aka lafti ch'aamsa imbeetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Mukii odaa ha wa isan barsiisuu. Yo dameen isaa dottaattee lattee baala baafte, akka laftii caamsaa inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee, «Muka hurbu'uu irraa baradhaa'a! Hennaa damee baaftee baalli isi'ii late bonni akka dhiyaate hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammallee, «Muka hurbu'uu irraa baradhaa'a! Damee baaftee baalli isi'ii hennaa late, bonni akka dhiyaate hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Fakkeenni muka harbbu'uu barnnoota isinii haa ta'u, dameewwan isi'ii yoo latanii fi baallan isi'ii'llee magariisa yeroo ta'anitti, yeroo sanitti bonni dhiyaachuu isaa ni beekittan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammalle, «Muka harru'uu irraa barumsa baradha'a! Yennaa dameeleen isi'ii quunxituu fi baala baattu, bonni akka dhikaate beettan.