Matthew 24:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre akkasuma, waan kana mara yenna dhaggitane akka Ilmi Namaa balbalatti dhikaate beeka'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma yo waan kana agartani aka inni d'io jiru, ka diquma isani hanqatu beekha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasuma yo waan kana agartan akka innii dhi'o jiru, ka diqqumaa isan hanqatuu beekaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maarre akkasuma hennaa waan kana maraa argitan, akka Ilmi Namaa balbalatti dhiyaate beekaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maarre akkasuma, waan kana maraa hennaa argitan akka Ilmi Namaa balbalatti dhiyaate beekaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana isin kana maraa yoo argitanitti, yeroon Ilmi Namaa itti dhufu akka dhiyaate, beekaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre akkasuma, waan kana mara yennaa dhaggitane akka Ilmi Namaa balbalatti dhikaate beeka'a.