Matthew 24:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bara san bisaan badi'iitiin dura, haga Nohi hoboloo guddittii seenetti, namooti nyaataa, unaa, fuudhaa, heerumaalle turane;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga lollaani d'ufe Nuhuuni hobolo inseeniini nyaatani d'ugani wolfuud'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga lolaan dhufee Nohii hoboloo hinseeniin namii in nyaata, indhuga, walfuudha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san bisaan badi'iitiin dura haga Noohi markaba seenutti namoonni nyaata'aa, dhuga'aa, fuudha'aa, heeruma'aa turan;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara san bisaan badi'iitiin dura, haga Noohi markaba seenetti, namoonni nyaata'aa, dhuga'aa, fuudha'aa, heeruma'aa turan;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bara sanitti, bishaan badi'iitiin duranatti haga guyyaa Noohi gara dooni'ii aseenee titti, namoonni nyaata'aatii fi dhuga'aa, fuudha'aanii fi wolitti fuusisa'aa'llee ni turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara san bisaan badi'iitiin dura, haga Nohi hoboloo guddittii seenetti, namooti nyaataa, unaa, fuudhaa, heerumaalle turane;