Matthew 24:39 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
haga bisaan badi'ii dhufee mara isaanii haree deemetti isaan womaa hin beenne. Maarre dhufiis Ilma Namaalle akkasuma hin te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo haga bisaani fach'aani worra liqimsaniti worri woma inhubanne. Guyya Ilmi Nama d'ufule akasuma taati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga bisaan dhufanii warra cufaa fudhatanii deemanitti warrii homaa hinubanne. Guyyaa ilmii namaa dhufuullee akkasuma taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
haga bisaan badi'ii dhufee isaan maraa haree deemutti isaan womaa hin beenne. Maarre dhufti Ilma Namaallee akkasuma ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
haga bisaan badi'ii dhufee isaan maraa haree deemutti isaan womaa hin beenne. Maarre dhufti Ilma Namaallee akkasuma ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bishaan badi'ii dhufee marumaa wolitti qabee haga yeroo haree fudhatuu titti, isaan hin beekinne turan, dhufaatiin Ilma Namaa'llee akkuma kana ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haga bisaan badi'ii dhufee mara isaanii haree deemetti isaan womaa hin beenne. Maarre dhufiis Ilma Namaalle akkasuma hin te'a.