Matthew 24:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Eennulle akka isin hin dokonkorsine ifi eeggadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'e, Eegad'a, nami tokoleeni isani insobini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warratti himee, “Akka namii tokkoolleen isan hinsobne eegadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Eennullee akka isin hin dogoggorsine uf eeggadhaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Eennullee akka isin hin dogoggorsine uf eeggadhaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus akkana jechu'uun isaanii ni deebisee, «Naminni kumi'llee akka isin hin dogoggorssine ufi eeggadhaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Eennulle akka isin hin dokonkorsine ifi eeggadha'a!