Matthew 24:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san nami lamaan fichaa keessa hin hujata; tokkochi hin fudhatama, tokkochi hin hafa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja suni nama lamati oobru keesa woliini hojachu jira: toko fuud'ani, kaani lakisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo sun nama lamaatti oobruu keessa waliin hojjachuu jira; tokko fuudhanitti kaan lakkisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san namoonni lamaa maasaa keessatti hujan; tokkochi ol fudhatama, tokkochi hin hafa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san namoonni lamaa maasaa keessatti hujan; tokkochi ol fudhatama, tokkochi hin hafa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti namoonni lama bakka qonnaa titti woliin ni hojjatan. Tokkochi ni fudhatama, kuun ni hafa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san nami lamaan fichaa keessa hin hujata; tokkochi hin fudhatama, tokkochi hin hafa.