Matthew 24:42 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf, guyyaa Goottaan keessan dhufu waan hin beenneef, dammaqa'aa eegadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegad'a duuba, guyya Aabbooni keesani d'ufu imbeetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf guyyaa Aabboon keessan dhufu hinbeettanii ufi eegadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan keessan sa'aatii kamitti akka dhufu waan hin beenneef eeganaa dammaqa'aa eeggadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan keessan sa'aatii kamitti akka dhufu waan hin beenneef, eeganaa dammaqa'aa eeggadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Eegaa Gooftaan keessan guyyaa kamittu akka dhufu hin beekittaniitii, dammaqa'aatii eegaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, guyyaa Goottaan keessan dhufu waan hin beenneef, dammaqa'aa eegadha'a.