Matthew 24:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan kana ammoo hubadha'a: abbaan manaa halkan keessa yennaa hattuun itti dhuttu adoo beekee, inni silaa dammaqee hin eegataayyu, manni isaa akka cabu itti hin lakkisuuyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana qaabad'a: Abbaani mana, yo sila hojja hattuuni d'uftu beekhe, mana ufi iraa d'owa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana qaabadhaa, Abbaan manaa, yo silaa yoha hattuun dhuftu beekee, mana ufii irraa dhowwata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan kana hubadhaa'a; abbaan manaa halkan keessa sa'aatii kamitti hattuun akka dhuftu uduu beekee, manni isa jalaa haa qotamu'uuf hin dhiisu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Waan kana hubadhaa'a; abbaan manaa halkan keessa sa'aatii kamitti hattuun akka dhuftu uduu beekee, manni isa jalaa haa qotamu'uuf hin dhiisu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu kana beekaa, abbaan manaa halkan keessaa saa'aatii kamittu hattuun akka dhufittu uduu ka beekuutii, dammaqee ni eegaa ture, manni isaa'llee akka qotamuuf, hin dhiisu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kana ammoo hubadha'a: abbaan manaa halkan keessa yennaa hattuun itti dhuttu adoo beekee, inni silaa dammaqee hin eegataayyu, manni isaa akka cabu itti hin lakkisuuyyu.