Matthew 24:44 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Ilmi Namaalle yennaa isin itti hin yaadanetti waan dhufuuf, maarre isinille qophowa'aa le'a'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi, hojja ch'ufa kurfo tahu maltani. Ilmi Nama hojja isani insehanne d'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf, yo cufa qophooftanii taa'uu maltan. Ilmii namaa yoha isan hinseene dhufaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Ilmi Namaa sa'aatii isin hin qaabannetti waan dhufuuf isinillee qophaaya'aa jiraadhaa'a.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf Ilmi Namaa sa'aatii isin hin qaabannetti waan dhufuuf, isinillee qophaaya'aa jiraadhaa'a.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Ilmi Namaa saa'aatii isin hin yaadinnetti, waan dhufuuf, qophaaya'aatii jiraadhaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Ilmi Namaalle yennaa isin itti hin yaadanetti waan dhufuuf, maarre isinille qophowa'aa le'a'a» jedhe.