Matthew 24:45 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti dabalee, “Tajaajilaan addatama'aa fi qaroon, ka goottaan isaa akka inni tajaajiltoota isaatiif sagalee yenna'aan kennuuf, maatii ifii irratti itti gaafatamaa godhu kam ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattuuni d'ugatiifi qarooni tami? Inni ka abbaani isaa gudda hojattu ch'ufaa tolche, aka sagale hojja saatiini geetu kennuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Hojjataan dhugaatii fi qaroon kam? Innii ka abbaan isaa akka yo saatiin sagalee geettu kennuuf guddaa hojjattoota cufaa tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee, «Eeganaa hojjataan amanamaanii fi qaroon, ka gooftaan isaa akka inni hojjattoota isaatiif nyaata henna'aan kennuuf, mana ufii irratti muude eennu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammallee, «Eeganaa hojjataan amanamaanii fi qaroon, ka gooftaan isaa akka inni hojjattoota isaatiif nyaata henna'aan kennuuf, mana ufii irratti muude eennu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Maatii isaatiif yero'oon nyaataa isaanii akka kennuuf, Gooftaan maatii isaa irratti ka isa muudu tajaajilaan amanama'aa fi qaruuteen eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti dabalee, «Tajaajilaan addatama'aa fi qaroon, ka goottaan isaa akka inni tajaajiltoota isaatiif sagalee yenna'aan kennuuf, maatii ifii irratti itti gaafatamaa godhu kam ree?