Matthew 24:46 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajilaan goottaan isaa yennaa deebi'u hujiisumatti jiruun dhaggu sun ka badhaadhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattuuni suni guddo gammada, yo abbaani isaa isa hojachu jiru worrati galu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hojjataan sun yo adoo innii hojjachuu jiruu abbaan isaa warraa gale guddoo gammada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjataan gooftaan isaa hennaa deebi'u uduu hojjatu arguun sun ka eebbifame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hojjataan gooftaan isaa hennaa deebi'u uduu hojjatu arguun sun ka eebbifame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan isaa yeroo dhufutti tajaajilaan akkana yoo inni raawwatu argatuun, inni ka eebbifame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan goottaan isaa yennaa deebi'u hujiisumatti jiruun dhaggu sun ka badhaadhe.