Matthew 24:47 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugumaan isinitti hima, goottaan isaa qabeenna ifii mara irratti itti gaafatamaa isa godha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, waan anini isaniini jed'u, abbaani suni gudda waan qabu ch'ufa isa tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugumaa, anin isanitti himaa, abbaan sun guddaa waan qabuu cufa isa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugamaan isinitti hima gooftaan isaa qabeenna ufii maraa irratti isa muuda.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani dhugamaan isinitti hima, gooftaan isaa qabeenna ufii maraa irratti isa muuda.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaan isiniin jedha, tajaajilaa san gooftaan, qabeenna isaa mara irratti ni muudaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugumaan isinitti hima, goottaan isaa qabeenna ifii mara irratti itti gaafatamaa isa godha.