Matthew 24:48 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajilaan hamaan sun ammoo yaada ifii keessatti, ‘Goottaan kiyya hin tura’ yoo jedhee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo inni hojattu hamtu taate, waan inni ufiini jed'u, Abbaani kiyya d'ufu ingeenne jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo innii hojjataa hamaa ta'e ‘Abbaan kiyya dhufuu hingeenne’ jedhee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjataan hamaan sun ammo yaada ufii keessatti, ‹Gooftaan hin tura› jedhee yoo
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hojjataan hamaan sun ammoo yaada ufii keessatti, ‹Gooftaan hin tura› jedhee yoo,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajilaan hamaan sun garuu, ‹gooftaan kiyya amma hin dhufu ni tura› jedhee, yoo yaadeef,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan hamaan sun ammoo yaada ifii keessatti, ‹Goottaan kiyya hin tura› yoo jedhee,