Matthew 24:49 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
tajaajiltoota dhibii dhaaniisa, worra machaawanu woliin nyaatiisaa fi uniisa yoo jalqabe,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hojattu ch'ufa d'aane, sagale nyaate, worra farso d'ugu woliini d'uga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
hojjattoota cufa dhaanee, sagalee nyaatee, warra farsoo dhugu waliin dhugee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjattoota tuma'aa, worra machaayu woliin nyaachu'uu fi dhuguu jalqabe,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hojjattoota tuma'aa, worra machaayu woliin nyaachu'uu fi dhuguu jalqabe,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
waaheloota isaa ka woliin hojjatan dhaanuu jala yoo qabe, worra machaayaniin woliin'llee yoo nyaatee fi yoo dhuge,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
tajaajiltoota dhibii dhaaniisa, worra machowanu woliin nyaatiisaa fi uniisa yoo jalqabe,