Matthew 24:51 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni tajaajilaa san hin ciccira qooda isaalle worra kijiboolee woliin godha, achitti booyaa ilkaan qara” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani kaani gargari isa ch'ich'ire jara kikiyyibani wolti dara. Achiti bohe ilkaani qara.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
mataa hojjataa sunii tatarsaasee jara kikijibaan walti dara. Achitti boo'ee ilkaan qara” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hojjataa san bakka lamatti baqassa; hiree isaallee worra fakkeessu woliin taasisa; achitti booya'aa ilkaan qara» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni hojjataa san bakka lamatti baqassa, hiree isaallee worra fakkeessu woliin taasisa. Achitti booya'aa ilkaan qara» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajilaa san'llee gooftaan isaa ni adabaan, kutaa carraa isaa'llee worra fakkeessitootaa woliin ni taasisa, achitti'llee booyaa fi ilkaan qaruun ni ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni tajaajilaa san hin ciccira qooda isaalle worra kijiboolee woliin godha, achitti bowaa ilkaan qara» jedhe.