Matthew 24:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Achiin duuba isaan akka rakkattanuu fi ijjeefantanu dabarsanee isin hin kennan, sababa maqaa kiyyaatiif gosa maraan hin jibbatantan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani qabani gaargalchani duisa isaniti murani. Maro tiyyaafi gochi ch'ufti isani jibbiti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Qabanii isan gaargalchaniitti du'a isanitti muran. Gochii cuftii marroo tiyyaaf isan jibbiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Achiin maayessa isaan akka rakkattanii fi akka ajjeefamtan dabarsanii isin kennan; sababa maqaa kiyyaatiif jettanii gosa maraan worra jibbame taatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Achiin maayessa isaan akka rakkattanii fi akka ajjeefamtan dabarsanii isin kennan, sababa maqaa kiyyaatiif jettanii gosa maraan worra jibbame taatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yeroo sanitti namoonni rakkinnaaf dabarssanii isin ni kennan, isin ni ajjeesan, waayee maqaa kiyyaatiif'llee ummata mara biratti, ka jibbamttan ni taatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Achiin duuba isaan akka rakkattanuu fi ijjeefantanu dabarsanee isin hin kennan, sababa maqaa kiyyaatiif gosa maraan hin jibbatantan.