Matthew 25:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti aansee, “Yennaa san mootummaan ol-gubba'aa durroota kudhan ta issaa ifii qabatanee waajibicha fudhatiisaaf bayane fakkaatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni Finni gubba aka dubra kud'ani, ta ifse fud'atte, abba fuud'a argu d'at'e fakaata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesu, “Guyyaa sun mootummaan Waaqaa akka dubra kudhanii, ta ibsee fudhattee, abbaa fuudhaa arguu dhaxxee fakkaatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus itti aansee, «Hennaa san jeennanni sami'ii durba kudhanii ta ibsaa isaanii qabatanii idaayyaa reebbatu'uuf bayan fakkaatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus itti aansee, «Hennaa san jeennanni sami'ii durba kudhanii ta ibsaa isaanii qabatanii idaayyaa reebbatu'uuf bayan fakkaatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanissee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Yeroo sanitti Mootummaan Sami'ii ibisaa isaanii qabatanii ka fuudhu simachu'uuf ka bayan, shamarran shanan ni fakkaatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti aansee, «Yennaa san mootummaan ol-gubba'aa durroota kudhan ta issaa ifii qabatanee waajibicha fudhatiisaaf bayane fakkaatti.