Matthew 25:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf, guyyaa san yookiin sa'aatii waan hin beenneef dammaqa'aa eegadha'a!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegad'a duuba, isani guyyafi hojja imbeetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba isaniilleen, guyyaa fi yoha sun hinbeettanii ufi eegadhaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa guyya'aa fi sa'aatii san waan hin beenneef dammaqa'aa eeggadhaa'a!» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyya'aa fi sa'aatii san waan hin beenneef dammaqa'aa eeggadhaa'a!» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kanaaf, guyya'aa fi saa'aatii waan hin beekinneef, isin hisadha'aatii eegaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, guyyaa san yookiin saatii waan hin beenneef dammaqa'aa eegadha'a!» jedhe.