Matthew 25:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni akkuma dandeettii isaaniititti tokkoof beesee saantimii worqi'ii kuma shan, kaaniif kuma lama, kaanille'eef kuma tokko kennee gara biyya fago'oo deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama ch'ufa waan inni dandau iti kenne. Toko shilingi kunki shantama iti kenne, ka lameeso kunki diddama iti kenne, ka sadeeso kunki kud'ani iti kenne, kae iti d'aabate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii nama cufa waan innii danda'u itti kenne. Tokko qarshii kuma shantamaa itti kenne, ka lammeessoo kuma diddamaa itti kenne, ka sadeessoo kuma kudhan itti kennee, ka'ee itti dhaabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akkuma dandeettii isaaniititti tokkoof saantibii worqi'ii kuma shan, kaaniif kuma lama, kaaniillee kuma tokko kennee gara biyya fago'oo deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni akkuma dandeettii isaaniititti tokkoof saantibii worqi'ii kuma shan, kaaniif kuma lama, kaaniillee kuma tokko kennee gara biyya fago'oo deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftichi isaanii'llee tokko tokko isaaniitiif akka danddeettii isaaniitiin isaanii qoodu'uun, tokkoof saantibii worqqi'ii shan, tokkoof saantibii worqqi'ii lama, tokkoof ammoo saantibii worqqi'ii tokko kenneeti, gara biyya bira'aa ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma dandeettii isaaniititti tokkoof beesee saantimii worqi'ii kuma shan, kaaniif kuma lama, kaanille'eef kuma tokko kennee gara biyya fago'oo deeme.