Matthew 25:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma san, namichi beesee saantimii worqi'ii kuma lama fudhatelle kuma lama keessaa baafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kunki diddama iti kennanileeni akasuma kunki diddama d'ibi argate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii kuma diddamaa itti kennaaniilleen akkasuma kuma diddamaa dhibii argate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma san ka saantibii worqi'ii kuma lama fudhatellee kuma lama bu'aa keessaa buufate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma san, ka saantibii worqi'ii kuma lama fudhatellee kuma lama bu'aa keessaa buufate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka saantibii worqqi'ii lama fudhate'llee akkuma kana, saantibii worqqi'ii lama, ni buufate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma san, namichi beesee saantimii worqi'ii kuma lama fudhatelle kuma lama keessaa baafate.