Matthew 25:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Yennaa dheertu'uun duuba goottaan tajaajiltoota sanii dhufee isaan woliin herregate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani hojattu taani guddo ture gadi deebie, henna suni ch'ufa worra woliini tolche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Abbaan hojjattoota taanii guddoo turee gad deebi'ee, henna sun cufa warra waliin tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara hedduun maayessa gooftaan hojjattoota sanniinii galee isaan tooyate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara hedduun maayessa gooftaan hojjattoota sanniinii galee isaan tooyate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yeroo baayi'e'een duubatti gooftaan tajaajilttoota sanniinii dhufeeti, tajaajilttoota isaa woliin herreegachuu jala ni qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa dheertu'uun duuba goottaan tajaajiltoota sanii dhufee isaan woliin herregate.