Matthew 25:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi beesee saantimii worqi'ii kuma shan fudhate, ta dhibii kuma shan fidee dhufee, ‘Gootta'a, ati beesee saantimii worqi'ii kuma shan anatti kenniteeyyu; kunoo, ani ta dhibii kuma shan keessaa buuseera’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kunki shantama iti kennani kaani d'ufe, kunki shantama d'ibi iti kenne waan jed'e, Atini kunki shantama nati kennite, ilaali, kunkiini shantama d'ibileeni tana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii kuma shantamaa itti kennaan kaan dhufee, ‘Atin kuma shantamaa natti kennitee, laal, kumii shantamaa dhibiilleen kanaa’ jedhee, kuma shantamaa dhibii itti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka saantibii worqi'ii kuma shanii irraa fudhate gara isaa dhufee saantibii worqi'ii kuma shanii kennee, ‹Gooftaa'a! ati saantibii worqi'ii kuma shanii natti kenniteerta; kunoo, ani ka biraa saantibii worqi'ii kuma shanii bu'aa irraa buufadheera› jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka saantibii worqi'ii kuma shanii irraa fudhate gara isaa dhufee, saantibii worqi'ii kuma shanii kennee, ‹Gooftaa'a, ati saantibii worqi'ii kuma shanii natti kenniteerta; kunoo, ani ka biraa saantibii worqi'ii kuma shanii bu'aa irraa buufadheera.› jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajilaan saantibii worqqi'ii shan fudhate gara Gooftaa isaa dhufeeti, saantibii worqqi'ii shan dhiyeessee, ‹yaa Gooftaa! Saantibii worqqi'ii shan naa kennitee ture, kunoo! Ka bira'aa saantibii worqqi'ii shan, buufadhee jira!› jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi beesee saantimii worqi'ii kuma shan fudhate, ta dhibii kuma shan fidee dhufee, ‹Gootta'a, ati beesee saantimii worqi'ii kuma shan natti kenniteeyyu; kunoo, ani ta dhibii kuma shan keessaa buuseera› jedhe.