Matthew 25:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan isaa, ‘Dansaa goote, ati tajaajilaa addatamaa dansa'a; waan diqqo'oon addatanteerta, ani waan guddo'otti itti gaafatamaa si godha’ jedhe; koy gara gammada goottaa keetii gali!’ jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani waan jed'eeni, Aka d'iiraa tolchite, atini aka dansaa daldalte, tanaafi anini waan guddo harka keetiti kenna. Kooti, woliini gammanna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan kaan, ‘Akka dhiiraa tolchitte, atin akka dansaa daldalte, tanaaf anin waan guddoo harka keetiitti kenna. Kootti, waliin gammannaa’ ” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan isaa, ‹Mishaa goote; ati hojjataa amanamaa'a! waan diqqo'otti amanamteerta hedduu irratti si muuda gammachu'uun gara hulee gooftaan sii qopheessee seeni› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan isaa, ‹Mishaa goote, ati hojjataa amanamaa'a waan diqqo'otti amanamteerta hedduu irratti si muuda gammachu'uun gara hulee gooftaan sii qopheessee seeni› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan isaa'llee, ‹misha'a! Ati amanama'aa fi tajaajilaa mishaa nana, waan muraasaan amanamaa taatee waan argamitteef, waan baayi'ee irratti si ni muuda, koottu, gammachuu Gooftaa keetii qoodamu'uuf aseen!› jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan isaa, ‹Dansaa goote, ati tajaajilaa addatamaa dansa'a; waan diqqo'oon addatanteerta, ani waan guddo'otti itti gaafatamaa si godha; koy gara gammada goottaa keetii gali!› jedheen.