Matthew 25:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ati beesee tiyya worra dhalaan fudhatu bira anaaf kewu'uu malte; ani yennaa deebi'e silaa beesee tiyya dhala woliin fudhadhaayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoosi, hori kiyya oli naa kayu malte, aka anini hojja gale waan isiini d'alte woliini fud'ad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoos, qarshii tiyya oli naa kaa'uu malte, akka anin yo gale waan isiin dhalte waliin fudhadhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati saantibii worqi'ii kiyya worra saantibii worqi'ii dhalaan fudhatutti kennu'utu si barbaachisa. Anillee dhufee waan qabu bu'aa woliin silaa hin fudha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati saantibii worqi'ii kiyya worra saantibii worqi'ii dhalaan fudhatutti kennu'utu si barbaachisa. Anillee dhufee waan qabu bu'aa woliin silaa hin fudha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
qabeenna kiyya mana kuusaa qarshi'ii naaf kaayuu ni qabdda ture, ani'llee yeroo dhufetti qarshii kiyya dhala woliin ni fudhadha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati beesee tiyya worra dhalaan fudhatu bira naaf kewu'uu malte; ani yennaa deebi'e silaa beesee tiyya dhala woliin fudhadhaayyu.