Matthew 25:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre beesee san isa irraa fuudha'aatii, namicha beesee saantimii worqi'ii kuma kudhan qabuuf kenna'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi hori suni isa iraa fuud'a, namicha kunki d'ibba toko qabuti kenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf horii sun isa irraa fuudhaa, namicha kuma dhibba tokkoo qabutti kennaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maarre saantibii worqi'ii irraa fuudha'aatii ka saantibii worqi'ii kuma kudhanii qabuuf kennaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maarre saantibii worqi'ii irraa fuudha'aatii ka saantibii worqi'ii kuma kudhanii qabuuf kennaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa, qarshii isa irraa fuudha'aatii ka saantibii worqqi'ii kudhan qabuuf kennaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre beesee san isa irraa fuudha'aatii, namicha beesee saantimii worqi'ii kuma kudhan qabuuf kenna'a.