Matthew 25:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajilaa gatii hin qanne kana, dukkana alaatitti gad gata'a, achitti booyaa ilkaan qara’ jedhe” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattu woma imbaane tana d'aqa, dukana keesa ala buusa; achiti bohe ilkaani qara.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hojjataa homaa hinbaane kana dhaqaa, dukkana keessa ala buusaa; ka achitti boo'ee ilkaan qaruutii’ ” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjataa gatii hin qabne kana, dukkana diidaatitti gad gataa'a, achitti booya'aa ilkaan qaraa» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hojjataa gatii hin qabne kana, dukkana diidaatitti gad gataa'a, achitti booya'aa ilkaan qara» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajilaa hin fayyadinne kana garuu gara dukkana ala jiruu titti baasa'aatii gata'aanii, achitti'llee booyaa fi ilkaan qaruun ni ta'a.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaa gatii hin qanne kana, dukkana alaatitti gad gata'a, achitti bowaa ilkaan qara› jedhe» isaaniin jedhe.