Matthew 25:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba mootichi worra midda ifiitiin, ‘Isin worra Abbaa kiyyaan eebbifantane, koya'a! Mootummaa dadama biyyi lafaatii jalqaddee isiniif qophootte dhaala'a;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Hayyuuni waan hooliye harka mirgatiini jed'u, Abbaani kiyya ya isani eebise, koota, guddinna haga lafa uumani isani mid'aasani seena.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba Hayyuun waan hooliyyee harka mirgatiin jedhu, ‘Isan warra abbaan kiyya eebbise, koottaa guddinna haga lafa uumanii isaanii midhaasanitti galaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra mirga isaa jiraniin mootichi akkana jedhaan, «Isin eebbifamtoota abbaa kiyyaa! koottaa'a! Hennaa biyyi lafaa uumame irraa jalqabee jeennata isinii qophaaye dhaalaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra mirga isaa jiraniin, mootichi akkana jedhaan, isin eebbifamtoota abbaa kiyyaa koottaa'a; Hennaa biyyi lafaa uumame irraa jalqabee jeennata isinii qophaaye dhaalaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti nugusichi gara mirga isaatiin worra jiraniin akkana ni jedha, isin Abbaan kiyya ka isin eebbise! Kootaa! biyyi lafaa yeroo uumamee jala qabee mootummaa isiniif qophaaye dhaalaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi worra midda ifiitiin, ‹Isin worra Abbaa kiyyaan eebbifantane, kowa'a! Mootummaa dadama biyyi lafaatii jalqaddee isiniif qophootte dhaala'a;