Matthew 25:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
sababille ani beelowee na nyaachittaneertan; dheebodhee na obaattaneertan; keessummaa te'ee na fudhattaneertan;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini beela qabu beela naa baaftani, ana d'eebu qabu, d'eebu naa baaftani, ana keessuma na bulchitani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa anin beela qabu beela na baaftan, anaa dheebuu qabu, dheebuu na baaftan, anaa keessummaa na bulchitan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Beelayee na nyaachiftaniirtan; dheebodhee na obaaftaniirtan; keessummaa ta'ee na keessummeessitaniirtan,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Beelayee na nyaachiftaniirtan, dheebodhee na obaaftaniirtan, keessummaa ta'ee na keessummeessitaniirtan,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Beelayee ture, ana nyaachifttanii jirttan, dheebodhee ture, ana obaafttanii jirttan, keessummaa ta'ee ni dhufee, mana keessantti ana simattanii jirttan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sababille ani beelowee na nyaachittaneertan; dheebodhee na obaattaneertan; keessummaa te'ee na fudhattaneertan;