Matthew 25:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
daaree na uffittaneertan; dhibamee na gaafattaneertan; hidhameelle na gaafattaneertan’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ana daara qabu daara na baaftani, anini fayya d'amnaani na qorqorattani, na hid'ani jennaani d'uftani na ilaaltani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
anaa daara qabu daara na baaftan, anin fayyaa dhamnaan na qorqorattan, na hidhanii jennaan dhuftanii na laaltan’ isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
daaree daara na baaftaniirtan; dhibamee na gaafattaniirtan; hidhameellee na gaafattaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
daaree, daara na baaftaniirtan, dhibamee na gaafattaniirtan, hidhameellee na gaafattaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
daareeti ture, natti uffifttanii jirttan, dhukkubsadheeti ture, ana gaafattanii jirttan, hidhamee ture dhufttanii ana laalttanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
daaree na uffittaneertan; dhibamee na gaafattaneertan; hidhameelle na gaafattaneertan› jedhe.