Matthew 25:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san balchooleen, ‘Gootta'a, nuuti yoom beelotteertuun dhagginee si nyaachinne? Yookiin dheebuu teeti dhagginee yoom si obaanne?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'uga duuba waan jed'u, Aabbo, yoomi sii beela qabdu arginaani beela si baamne, sii d'eebote d'eebu si baamne?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba warrii qajeeloottii deebiseetti, ‘Aabboo, yoom sii beela qabdu arginaan beela si baafnee, sii dheebotte dheebuu si baafne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balchoonni deebi'aniiti akkana isaan jedhan, ‹Gooftaa'a! beeloftee yoom si arginee si nyaachifne? Yookaan dheebottee arginee yoom si obaafne?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qajeellonni deebi'aniiti akkana isaan jedhan, ‹Gooftaa'a, beeloftee yoom si arginee si nyaachifne? Yookiin dheebottee arginee yoom si obaafne?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti qulqullaayoman akkana jedhanii ni deebisaniif, yaa Gooftaa, yoom beelofttee si argineeti si nyaachifnne? Yoom dheebottee si argineeti si obbaafnne?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san balchooleen, ‹Gootta'a, nuuti yoom beelotteertuun dhagginee si nyaachinne? Yookiin dheebuu teeti dhagginee yoom si obaanne?