Matthew 25:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri qarooleen ammoo issaa ifii woliin zayitii okkote'etti qabatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qarooni taani waan d'ad'a iti naqani d'ad'a guute fud'atte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
qarooleen taan waan saleeddii itti naqan kaan saleeddii guuttee fudhatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qalbi qabeeyyiin ammo ibsaa ufii woliin sayitii bilille'etti qabatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qalbiqabeeyyiin ammoo ibsaa ufii woliin zayitii bilille'etti qabatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Shamarran qaruuteewwan garuu ibisaa isaanii woliin bobayaa bira'aa jala meesha'aan, qabatanii jiran ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qarooleen ammoo issaa ifii woliin zayitii okkote'etti qabatane.