Matthew 25:42 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
ani beelowee na hin nyaachinne; dheebodhee na hin obaanne;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini beela qabu beela na baasu diddani, ka anini d'eebod'e d'eebu na baasu diddani;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa anin beela qabu beela na baasu diddan, ka anin dheebodhe dheebuu na baasuu diddan;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Beelayee na hin nyaachifne, dheebodhee na hin obaafne,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Beelayee na hin nyaachifne, dheebodhee na hin obaafne,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Beelayee ture ana hin nyaachifnne, dheebodhee ture ana hin obaafnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani beelowee na hin nyaachinne; dheebodhee na hin obaanne;